Finfinneetti manneen waliin jireenyaa kumni 26 ol ijaarramuufi
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Eejansiin Ijaarsaa fi Dizaaynii bulchiinsa magaalaa Finfinnee bara baajata 2013tti manneen waliin jireenyaa kuma 26 ol ijaaruuf qophii ta’uu beeksise.…