Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture kuma 1 ol marsaa 7ffaaf eebbisiisaa jira.…