Magaalaa Asoosatti namooni dhoksaan haleellaa raawwachuuf turan 20 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – ABUT irraa ergama dhokataa fudhachuun namoonni dhuunfaan badii raawwachuuf qophiirra turan 20 guyyaa har’aa to’amuu Komishiniin Poolisiin naannoo…