Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti rooba cimaa roobeen abbootiin warraa 130 buqqa’aan
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruutti rooba cimaa roobeen lagni Mormoraa guutuun abbootii warraa 130 buqqa’aaniiru.
Manneen jireenyaa fi ooyiruurras…