Oromiyaatti Ganna baranaatin amma ammaatti biqiltuu biiliyoonni 2.2 dhaabameera
Finfinnee, Adooleessa 16, 2012 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti sagantaa dhaabbii biqiltuu Ganna baranaatin amma ammaatti biqiltuu biiliyoonni 2.2 dhaabameera.
Raawwii ashaaraa magariisaa…