Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach harka qalleeyyiif kennaa ayyaana Qillee laatan Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinee aadde Adaanach Abeebee hawaasa harka qalleeyyiif kennaa ayyaana Qillee laatan. Aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Guyyaan imala miilaa fi Biskileetti 4ffaan magaaloota biyyatti garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Guyyaan imala miilaa fi Biskileetti 4ffaan magaaloota biyyatti garaagaraatti mata duree ‘Qaammee hanga Qaammee ni qaqabna’ jedhuun kabajamee ooleera.…
Oduu biyya keessaa Boruu eegalee dargaggoota kuma 35f leenjiin mata duree ‘Waliin jireenyaa fi tokkummaa Ityoophiyaa’… Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Boruu eegalee mata duree ‘waliin jireenya fi tokkummaa Ityoophiyaa’ jedhurratti dargaggoota kuma 35f leenjiin kan laatamu ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Fiicheetti namni dhuunfaan maallaqa sobaan bittaa fi gurgurtaa raawwachuuf ture too’atame Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti namni dhuunfaan maallaqa sobaan bittaa fi gurgurtaa raawwachuuf ture eeruu uummataan too’atamuu Qajeelchi…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti giddugalli gabaa ammayyaa tajaajilaaf banaa ta’e Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti giddugalli gabaa suuqota aammayyaa kuduraa fi Muduraa,oomisha qonnaa of keessatti hammate tajaajilaaf banaa ta’eera. …
Oduu biyya keessaa Sirni beekkamtii laachuu qonnaan bultootaa,horsiisee bultootaa fi qooda fudhattootaa magaalaa… Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) - Sirni beekamtii qonnaan bultootaa, Horsiisee bultoolaa fi qooda fudhattootaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera. Sirnicharratti…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo waan Ityoophiyaa cabse jijjiiruun enyuyyuu caalaa aarsaa guddaa kaffaleera- Obbo… Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Uummanni Oromoo waan Ityoophiyaa cabse jijjiiruun enyuyyuu caalaa arsaa guddaa kaffaleera preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obboo…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Amboo sadarkaa proofeesarummaa guutuu qorataa tokkoof laate Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Amboo yeroo jalqabaaf sadarkaa proofeesarummaa guutuu qorataa fi barsiisaa tokkoof laateera. Yuunvarsiitichi yeroo…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagga Lixaatti hiriirri balaalleffannaa ABO shanee gaggeeffame Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Aanaalee godina Wallagga Lixaa garaagaraa keessatti hiriirri balaalleffannaa ABO shanee gaggeeffame. Jiraattoonni aanaalee Gimbii, Jaarsoo fi Boojjii…
Oduu biyya keessaa Godina Matakkalitti hidhattonni lammiilee nagaarratti haleellaa raawwataa turan 17 too’annoo jala… Sifen Megersa Jan 3, 2021 0 Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) - Godina Matakkalitti hidhattonni lammiilee nagaarratti haleellaa raawwataa turan 17 hirmaannaa uummataan too’annoo jala ooluu Qajeelchi Kora Bittinsaa fi…