Idil Addunyaa Aangoon Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban daanga’e Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa preezdaant Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban akka daanga’u mirkaneesse. Murteen darbe kun…
Teeknooloojii Akkawuntootni Feesbuukii sobaa suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne fayyadamaa akka jiran… Wabi Fufa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Akkawuntootni Feesbuukii sobaa suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne fayyadamaa akka jiran dhaga’ame. Suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne…
Idil Addunyaa Aangoon Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban daanga’e Obse Wakgari Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa preezdaant Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban akka daanga’u mirkaneesse. Murteen darbe…
Biiznasii Nuukteek buufataalee guumruukaatti maashinoota to’annoo dhaabufi Obse Wakgari Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1,2012(FBC)- Nuukteek buufataalee guumruukaa Ityoophiyaatti maashinoota to'annoo dhaabufi. Ityoophiyaa fi Chaayinaan sirna guumruukaa ammayyeessuuf akkaataa…
Waajabila Faanaa Daa’imman walqabatanii dhalatan yaala baqaqsanii yaaluun adda bahan Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Naajeeriyaatti daa’imman lakkuun walqabatanii dhalatan yaala baqaqsanii yaaluun adda ba’uu isaanii ibsameera. Yaalli baqaqsanii yaaluu daa’immaan lakkuu…
Oduu biyya keessaa Walga’iin marii Hidha haaromsaarratti gaggeeffama ture waligaltee malee xumurame Wabi Fufa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Walga’iin marii Hidha haaromsaarratti gaggeeffama ture waligaltee malee xumurame. Hidha Haaromsaarratti walga’iin teeknikaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaa Godina Gaamoo Aanaa Abbayaatti qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Obse Wakgari Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Balaa tiraafikaa Godina Gaamoo Aanaa Abbayaatti guyyaa har’a qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu himame. Konkolataan deeddebisaa uummataa minibaasii…
Waajabila Faanaa Somaaliyaan Awustiraaliyaan gaala akka gara Gaanfa Afriikaatti ergituuf gaafate Wabi Fufa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Somaaliyaan Awustiraaliyaan gaala akka gara Gaanfa Afriikaatti ergituuf gaafate Waldaa Horsiisota Gaalaa Somaaliyaan, gocha Awustiraaliyaan baayyina…
Biiznasii Maaraatoon Mootars konkolaattota elektiriikan hojjetan gabaadhaf dhiyeessufi Wabi Fufa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Maaraatoon Mootars konkolaattota guutummaan elektiriikan hojjetan biyya keessatti hojjechuu eegaluufi. Dhaabbatichi baatiiwwan sadan itti aananitti…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy gara Afrikaa Kibbaa imalan Wabi Fufa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Iikwaatooriyaal Giinii xumuruun gara Afrikaa Kibbaa imalan. Dooktar Abiy turmaata isaanii…