Ejjennoon Gibts, marii sadee Hidha Haaroomsaa Guddichaa gufachiise – Obbo Gadduu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Ejjennoon Gibts bishaan Abbayitti ana qofatu fayyadama jedhu marii sadee eegalame gufachiisuu Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaacgaw…