Ispoortii Laaligaa Ispeeniin edana taphoonni lama gaggeeffameera Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Laaligaa Ispeeniin Giraanaadaan yoo moo’atu, Kooppaa Itaaliin Juuveentus xumuraaf ga’e. Dirree isaarratti Geetaafee kan keessummeesse…
Oduu biyya keessaa BBCn gabaasa dhimma Hidha Haaroomsaarratti tamsaaseef dhiifama gaafate Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – BBCn Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiitu dhimma hidha haaroomsaa Sudaanii fi Gibts walqabaturratti dubbataniiru jechuun gabaase…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Dammaqaan durfamu hojiilee misoomaa naannoo Dabra Birhaan daawwachaa jira Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Jilli itti aanaa Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu hojiilee misoomaa Magaalaa Dabra Birhaanii fi naannoo ishee daawwachaa…
Oduu biyya keessaa ‘Murteen Manni Maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf dabarse heera mootummaa kan… Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - ‘Murteen Manni Maree naannoo Tigraay filannoo gaggeessuuf dabarse heera mootummaa kan falleessuu ta’uu itti gaafatamaan Seekreetaariyaat…
Oduu biyya keessaa Sagantaan kenna tajaajila lammummaa sadarkaa Oromiyaatti eegalame Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Walisootti argamuun sagantaa kenna tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaa eegalchiisan.…
Oduu biyya keessaa Warshaan daabboo shaggar oomisha eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’e Sifen Megersa Jun 13, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Warshaan daabboo shaggara oomisha eegaluuf boqonnaa dhumaarra ga’uu itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan himan.…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Buurudiif gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen boqachuu Preezdaantii Buurudiif gadda itti dhaga’ame ibsan. Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu…
Oduu biyya keessaa Saaxilamummaa damee Koonistiraakshinii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamni ragga’e Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Saaxilamummaa damee Koonistiraakshinii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamni lakoofsi 5 ragga’uu Haati Alangaa Waliigalaa aadde Adaanachi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallisa Abdiisaan tajaajila lammummaaf waamicha dhiyeessan Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waamicha hojii tajaajila lammummaa dabarsan. Ergaa guutuun haala armaan…
Oduu biyya keessaa 190 keessaa 85 jiraattoota kutaa bulchiinsa Booleeti Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabaman 190 keessaa 85 jiraattoota kutaa bulchiinsa Boolee ta’uu Biiroon Fayyaa…