Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatame
Finfinneen, Muddee 9, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Bahaa fi giddugaleessaa Afrikaan Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatameera.…