Biiznasii Gannaa hanqinni sukkaaraa akka hin muuddanneef hojjetamaa jira Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Waktii gannaa hanqinni dhiyeessii sukkaaraa akka hin muuddanneef kuntaalli miiliyoonni 3.1 of eeggannoof kuufamaa jiraachuu himameera. …
Oduu biyya keessaa Karoora misoomaa waggaa 10 irratti mari’atame Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 irratti Waajjira Muummee Ministiraatti mari'atame. Marichi mata duree " Ityoophiyaa; fakkeenya badhaadhina"…
Oduu biyya keessaa Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba – Pr.… Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee. …
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Ityoophiyaatti ambaasaaddara Gamtaa Awrooppaa fi Saawdii Arabiyaa waliin… Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti ambaasaaddara Gamtaa Awrooppaa waliin mari'atan. Obbo Gadduun,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 250 Kuwetii gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 250 Kuwetii gara biyyaa deebi'an. Hoggansi Ministeera Dhimma Alaa fi Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa FDRIBuufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii meeshaa qulqullina harkaa tuttuqqiirraa bilisa ta’e… Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii meeshaa qulqullina harkaa tuttuqqiirraa bilisa ta'e Waajjira Muummee Ministiraatif gumaache. Meeshaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii eegalame Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii naannoo Afaar aanaa Eliida'aar magaalaa Diich'ootootti eegalame. Ijaarsi tarminaalichaa Birrii…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hoggansa paartilee siyaasaa naannoo Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa naannoo Kibbaa keessa socho'an waliin mari'atan. Caaseffama naannoo Kibbaarratti…
Fayyaa Oromiyaatti dabalataan namoota 2 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Sa'aa 24 darbetti Oromiyaatti namoota 293f qorannoon laabraatoorii taasifameera. Kana keessaa namoota 2 irratti vaayirasiin koronaa argameera.…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24tin namoonni 164 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 164 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…