Xumura bara Faranjootaa 2020tti talaalliin dhibee Covid -19 qophii ta’uu danda’a – Dooktar Teedroos
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Talaalliin dhibee Covid -19 xumura bara Farnjootaa 2020tt qophii ta’uu akka danda’u daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos…