Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Anjaliinaa Joolii waliin mari’atan Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hojii tola ooltummaa fi fiilmii hojjechuun kan beekamtu Anjaliinaa Joolii waliin mari’atan. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raaynar waliin mari’atan. Dhimmoota waloo…
Biiznasii Waliin ga’iinsa gabaa kuduraa fi muduraa babaldhisuuf hojjetama jira Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Waliin ga’iinsa gabaa kuduraa fi muduraa babaldhisuuf hojjetama jirachuu Eejensiin Hojii Gamtaa Federalaa beeksise. Waltajjiin waldaan hojii gamtaa…
Viidiyoowwan Ebba Poolisii Oromiyaarratti haasaa itti aanaan preezdaantii MNO obbo Shimallis Abdiisaan taasisan Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/474117383520390/?t=1
Ispoortii Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate. Taphni priimiyar liigii torbee 5ffaa har'a magaalaa Maqaleetti…
Idil Addunyaa Manni murtii Sudaan hojjetoota Tika Nageenyaaa 27 irratti murtee du’aa dabarse Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Barsiisoota yeroo mormii uummataa too’annoo jala oolaan haala sukkanneessaa ta’een kanneen ajjeesan hojjettoota Tika Nageenyaa Sudaan 27 irratti…
Biiznasii Ityoophiyaan investimentii alaa ofitti hawwachuun Baha Afrikaarraa adda duree taate Wabi Fufa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan investimentii alaa ofitti hawwachuun Baha Afrikaarraa adda duree akka taate, dhaabbanni gorsaa faayinaansi EY jedhamu gabaasa bara Faranjoota…
Idil Addunyaa Hogganaan olaanaa shororkeessaa Alshabaab haleellaa humna xiyyaaraan ajjeefame Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC)- Loltoonnii Soomaliyaa fi Ameerikaa haleellaa humna xiyyaaraa garee shororkeessaa Alshabaab irratti raawwataaniin hogganaa olaanaa shororkeessaa ajjeefamu…
Biiznasii Rakkoolee boba’aa waliin walqabatan furuuf hojimaanni ni diriirfama jedhame Obse Wakgari Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Burjaajjii fi rakkoolee boba'aa waliin walqabatan furuuf hojimaanni ammayyaan ni diriirfama jedhame. Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii,…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee booru Adaamaatti ni gaggeeffama Sifen Megersa Dec 30, 2019 0 Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii jaarsolii biyyaa Afaarii fi Soomaalee booru Adaamaatti kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise. Ministeerichi miidiyaaf…