Oduu biyya keessaa Hidha haaroomsaarratti mari’achuuf waliigalteerra ga’ame Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts garaagarummaa Hidha Haaroomsa Guddicharratti qaban mariin furuuf waliigalteerra ga’an. Haala guutinsaa fi…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy du’a Preezdaantii Buruundiif gadda itti dhaga’ame ibsan Sifen Megersa Jun 10, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad du’a tasaa preezdaantii Buruundii Piyeer Nikurunziizaaf gadda itti dhaga’ame ibsaniiru. Maatii…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Ministira Hariiroo fi Qunnamtii Idil Addunyaa Afrikaa Kibbaa waliin marii’atan Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw Ministira Hariiroo fi Qunnamtii Idil Addunyaa Afrikaa Kibbaa waliin marii’atan. …
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroona qabamanii 1,778 ga’uu Biiroon Fayyaa… Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Sadarkaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroona qabamanii 1,778 ga’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Carraawwan haaraa daldala alergiirratti weerarri vaayrasii koroonaa uumeetti fayyadamaa jiraachu… Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Carraawwan haaraa daldala alergiirratti weerarri vaayrasii koroonaa uumeetti fayyadamaa jiraachu himame. Ministirri daldalaa fi Indastirii…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 16 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa… Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 infinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 16 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 190 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, 5 ammoo… Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 190 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, 5 ammoo lubbuun darban. Sa’aa 24 darbe keessatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti bakkeewwan daawwanna turizimii ta’anitti hojiin farra ilbiisotaa biifuu eegalame Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti bakkeewwan daawwanna turizimii ta’anitti hojiin farra ilbiisotaa biifuu eegalame. Muuziyamiin Biyyaalessaa hojii farra…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 159 Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 159 Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an. Lammiileen Ityoophiyaa Kuweet irra deebi’aan kun wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Baatii Eebila qofaa galii Doolaraa Ameerikaa Miiliyoona 300 fi miiliyoona 29.3 argaame Wabi Fufa Jun 9, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan baatii Eebila qofaa galii Doolaraa Ameerikaa Miiliyoona 300 fi miiliyoona 29.3 argaachuu Ministirri Daldalaa fi Indastirii beeksise. …