Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartootaa Maaltaa keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu…