Oduu biyya keessaa Carraan lootarii “Lammiitu Lammiif” ba’e Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Carraan lootarii “Lammiitu Lammiif” ba’e. Carrichi bakka koreen olaanaa deeggarsaa, hoggansi mootummaa naannoo Oromiyaa fi keessummoonni biroon…
Oduu biyya keessaa Poolisiin ummata tajaajiluu danda’u ijaarramaa jira -Poolisii Federaalaa Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Poolisiin sirnaan lammiilee tajaajiluu danda’u ijaarramaa jira jedhe Koomiishiniin Poolisii Federaalaa. Tajaajilli poolisii bakka hundatti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa yaa’iisaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa yaa’iisaa gaggeessaa jira. Manni marichaa yaa’iisaa 2ffaadha har’a gaggeessaa kan jiru.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaatin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaatin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI naannoo…
Balballoommii fi yaada Guyyaan tuuriizimii addunyaa Jigjigaatti kabajamaa ture xumurame Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Guyyaan tuuriizimii addunyaa magaalaa Jigjigaatti kabajamaa ture xumurame. Guyyichi sadarkaa Ityoophiyaatti si’a 33ffaaf, akka addunyaatti ammoo…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRIf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2.9 laatte Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Ameerikaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRIf deeggarsa addaddaa Doolaara miiliyoona 2.9 laatte. Deeggarsicha Ministeerri Raayyaa Ittisa…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsii namoota COVID-19 lubbuun isaanii dhabanii miiliyoona 1 darbe Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaatin lubbuun isaanii dhabanii miiliyoona 1 darbuu ibsameera. Sodaa addunyaa gutuu ta’uun kan itti…
Oduu biyya keessaa Koreen qophaa’ummaa manneen barnootaa qulqulleessu hojii eegaleera Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Koreen qophaa’ummaa manneen barnootaa qulqulleessu hojii eegaleera. Ministirri Ministeera Barnootaa FDRI Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 612 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessatiin namoonni dabalataa 612 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera. Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 4,747 kan…
Oduu biyya keessaa Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa akkaataa Irreechi bara 2013 kabajamurratti midiyaaf ibsa… Wabi Fufa Sep 28, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa akkaataa Irreechi bara 2013 kabajamurratti midiyaaf ibsa kenne. Irreechi Hora Finfinnee waggaa 2ffaaf…