Oduu biyya keessaa Ijaarsa tarminaalaaf wal harkaa fuudhiinsi iddoo gaggeeffame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Tarminaala konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa ijaaruuf wal harkaa fuudhinsi lafa hektaara 9 taasifamuu Ministeerri Geejjiba beeksise. …
Oduu biyya keessaa Manni marichaa baajata dabalataa raggaasise Obse Wakgari May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI walga'ii addaa 4ffaa waggaa 5ffaasaa taa'e. Walga'ichaan qabo yaa'ii walga'ii addaa 3ffaa…
Oduu biyya keessaa Of eeggannaa cimsinee, of dagannaa yaa dhiisnu – MM Dr Abiy Obse Wakgari May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni tamsa'ina vaayrasii koroonaatin akka hin miidhamne of eeggannaa cimsuu akka qabu dhaaman. …
Oduu biyya keessaa Namni ajjeechaa Haymaanootin shakkame to’atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise Obse Wakgari May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Namni ajjeechaa Haymaanoot Badhaadhaatin shakkame to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise. Barattuun digrii lammaffaa…
Ispoortii Taphoonni Priimiyar Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 ni eegalamu jedhame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Taphoonni kubbaa miilaa Priimiyer Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 akka eegalu murtaa’uu ibsame. Liigichi guyyaa kana tapha Maanchistar…
Fayyaa Finfinneetti weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra ga’uun ibsame Sifen Megersa May 29, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra ga’uu Biiiroon Fayyaa magaalichaa beeksise. Magaalichaatti namoonni…
Oduu biyya keessaa Tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun guyyoota itti aanaanitti fooyya’insi seeraa ni… Obse Wakgari May 28, 2020 0 Tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun guyyoota itti aanaanitti fooyya’insi seeraa ni taasifama- aaddee Mufariyaat Kaamiil Finfinnee,…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ityoophiyaan midhaan zaytaan sharafa biyyaa ala ittiin argattu keessaa isa tokko jedhan Obse Wakgari May 28, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan oomishoota biyyaa alattii ergitu keessa kanneen sharafni biyyaa ala ittin argamuu keessa tokkoo midhaan zaytaati jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Godina Gaamootti balaa jijjiigootin lubbuun namoota 10 darbe Obse Wakgari May 28, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaa godina Gamoo aanaa Gaacoo Baabbaatti rooba cimaa roobeen balaa lolaa fi jijjiigoo muudateen lubbuun namoota 10 darbeera. Ajajaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii kiilo meetira 58.8 Muka Xurii – Kookkab daawwatame Obse Wakgari May 28, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ijaarsi daandii kiilo meetira 58.8 Muka Xurii - Kookkab daawwatame. Daawwicharratti ministir deettaan Ministeera Geejibaa obbo Kaasaahuun…