Yuunvarsiitiin Addegiraat barattoota ogummaa yaalatiin leenji’an 1732 ebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Addegiraat barattoota ogummaa yaalatiin leenji’an 1732 ebbisiise.
Barattoonni kanneen sagantaa ebbaan duraa fi ebbaan boodaan,…