Torbee sadan darbanitti Ityoophiyaanoonni Jiddaa fi Riiyaaditti manneen sirreessaa keessa turan 672…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Torbee sadan darbanitti Ityoophiyaanoonni sanada malee Saa’ud Arabiya galuun Jiddaa fi Riiyaaditti manneen sirreessaa keessatti dararamaa turan 672…