Magaalaa Jimmaatti namoonni sanada sobaa qopheessuun shakkaman harkaaf harkatti too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti sanadoota sobaa tajaajila garaagaraaf oolan qopheessuun namooni shakkaman harkaaf harkatti too’atamuu Qajeelchi Poolisii magaalichaa…