Gaaffii hiikkaa heeraaf deebii laachuuf hojjeetama jira- aadde Ma’aazaa Ashannaafii
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataatin gaaffi dhiyaate hiikkaa heeraaf, yeroo gabaaba keessatti deebii laachuuf hojjetamaa jiraachuu preezdaantiin Mana…