Bara oomishaa kanatti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 91 ni eeggama –…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Bara oomishaa kanatti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 91 ol kan eeggamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa…