Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirree Dawaatti balaan lolaa miidhaa qaqqabsiise Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti balaan lolaa miidhaa qaqqabsiise. Rooba cimaa kaleessa guyyaa sa'aa 7:30rraa eegalee rooben miidhaan lubbuu fi qabeenyaa…
Oduu biyya keessaa Saa’udiitti Imbaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa ugguraman baraaruu beeksise Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) - Saa’udiitti Imbaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa magaalaa Dawaadimiitti ugguramanii turan 5 baraaruu beeksise. Bulchiinsa Riyaad magaalaa…
Oduu biyya keessaa Buufatni konkolaataa Amboo ebbifame Obse Wakgari Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Buufatni konkolaataa Amboo ebbifame. Buufatichi Birrii miiliyoona 100 oliin kaaremeetira kuma 20 irratti ijaarrame. Buufatni konkolaataa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musiliimaa yeroo Sooma Ramadaanaa vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne of eeggannoo… Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa yeroo Sooma Ramadaanaa vaayrasii koroonaaf akka hin saaxilamne of eeggannoo gochuu akka qaban Manni Maree Islaamummaa waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa dhimma misoomaa qofa osoo hin taane, dhimma jireenyati Obse Wakgari Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Hidha Haaromsaa dhimma misoomaa qofa osoo hin taane, dhimma jireenyati jedhame. Faanaa Broodkaastiing Koorporeet Ministeera Dhimma Alaa FDRItti miseensa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti miidhaa hoomaan Awwaannisaa qaqqabsiisu hir’isuuf hojjetamaa jira… Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti miidhaa hoomaan awwaannisaa oomisha Arfaasarraan ga’u hir’irsuuf hojjetamaa jiraachuu himame. Naannoo Oromiyaa Gammoojjii…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti sagantaan barnootaa ‘barumsa mana kootti’ jedhu hojiirra oolaa jiraachuu himame Sifen Megersa Apr 25, 2020 0 Finfinnee, Eebila 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan barnootaa ‘barumsa mana kootti’ jedhu hojiirra oolaa jiraachuu Biiroon Barnooraa magaalichaa beeksiseera. Hoggaanaan…
Biiznasii Gaazii uumamaa Ogaadeenitti misoome gabaadhaf dhiyeessuuf waliigalteen mallatteeffame Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Kuufama gaazii uumamaa sulula Ogaadeenitti misoome gabaadhaf dhiyeessuuf waliigalteen mallatteeffame. Iddooleen 6 argama gaazii uumamaa…
Oduu biyya keessaa Sakattoo mana manarraatin manneen miiliyoona 3 ol qaqqabuun danda’ameera Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Hojii sakattoo mana manarraatin manneen miiliyoona 3 ol qaqqabuun danda'amuu ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.…
Teeknooloojii Daseetti qorannaan laabraatoorii vaayrasii koroonaa eegalame Obse Wakgari Apr 24, 2020 0 Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Daseetti qorannaan vaayrasii koroonaa eegalame. Meeshaan qorannaa laabraatoorii har'a hojii eegale kun guyyaatti jiddugaleessan…