Oduu biyya keessaa Sagantaa kitaabolee walitti qabuu adeemsifamaa jira Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC) – Sagantaa kitaabolee walitti qabuutin kitaabonni kumni dhibbi 3 fi kumni 50 ol walitti qabaman. Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonaan du’anii 600 qaqqabe Obse Wakgari Aug 20, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 kaleessa darbeen namoonni dabalataa1,336 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Manni Murtichaa shakkamtoota walitti bu’iinsa uumuun shakkaman irratti guyyoota himannaa… Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) - Manni Murtii sadarkaa jalqabaa federalaa dhadhacha ramaddii Araadaa oolmaa har’aan shakkamtoota walitti bu'iinsa uumuun shakkaman irratti guyyoota…
Oduu biyya keessaa Duula sosochii hawaasaa fi qorannoo Covid -19 gaggeeffameen lakkoofsin namoota vaayrasichaan qabaman… Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) - Duula sosochii hawaasaa fi qorannoo Covid -19 gaggeeffameen lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabaman kan duraarra % 80 dabaluu Ministeerri Fayyaa…
Fayyaa Fooramiin fayyaa dargaggoota biyyaalessaa gaggeeffamuufi Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) - Fooramiin fayyaa dargaggoota biyyaalessaa gaggeeffamuuf akka ta’e Ministeerri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaan beeksisan. Waltajichi…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni waajjira Muummee Ministiraa ‘Irbaata Biyyaaf’ miindaa isaanii baatii tokko arjooman Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojjettoonni waajjira isaanii ‘Irbaata Biyyaaf’ miindaa isaanii baatii tokko arjoomuu ibsan.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa ogeeyyii yaalaa dhibee koroonaa yaalaniif meeshaalee garaagaraa deeggarsa… Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa ogeeyyii yaalaa dhibee koroonaa yaalaniif kan tajaajilu meeshaalee garaagaraa Biiroo Fayyaa magaalaa Finfinneef deeggarsa laate.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalataa 216 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 216 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Idil Addunyaa Joo Bayden Demookraatoota bakka bu’uun morkataa Preezdaant Doonaald Traamp ta’uun filataman Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Filannoo Ameerikaa baranaaf Joo Bayden Demookraatoota bakka bu’uun morkataa Preezdaant Doonaald Traamp ta’uun filatamaniiru. Paartiin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti dhaabbilee qorannoo Albuudaa 10 fi oomisha Albuudaa 2f eeyyamni kenname Sifen Megersa Aug 19, 2020 0 Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) –Dhaabbilee barbaacha Albuudaa fi misooma Albuudaa gaggeessuuf ulaagaalee barbaachisuu guutun dhiyaatan 12f eeyyama laachuu Ministeerri Albuudaa fi…