Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiya Ahimad Bahaar Daar galan Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ganama kana magaalaa Bahaar Daar galan. Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa magaalaa Bahaar…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 584 vaayrasii koroonaa yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeen namoonni dabalataa 584 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Jawaar fudhatama dhabsiise Sifen Megersa Aug 12, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 6,2012 (FBC) – Manni Murtii sadarkaa jalqabaa federalaa dhadhacha ramaddii Araadaan gaaffii mirga wabii obbo Jawaar Maahaammad fudhatama dhabsiise. Manni…
Oduu biyya keessaa Namoonni yakka nageenya biyyaa miidharra buusuu fi icciitii mootummaa garee shoroorkaaf dabarsanii… Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Namoonni yakka nageenya biyyaa miidharra buusuu fi icciitii mootummaa garee shoroorkaaf dabarsanii laachuun shakkaman mana murtiitti dhiyaatan.…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbaddaa gammachuu mana murtiitti dhiyaate Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkame Kabbaddaa gammachuu mana murtiitti dhiyaate. Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan kan shakkamee…
Oduu biyya keessaa Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema… Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) –Leenjiin teeknooloojii barattoota qaroo dhabeeyyii kutaa 12ffaaf laatamaa jiru haala gaariin adeema jiraachuu ibsame. Leenjiin teeknooloojii barattoota…
Oduu biyya keessaa Namoota 90 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 90 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera. Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darben…
Oduu biyya keessaa Waldaaleen siivikii duudhaleen ummataa gaggaariin akka calaqqisaniif hojjechuu akka qaban MM Dr.… Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) –Waldaaleen siivikii duudhaleen ummataa gaggaariin akka calaqqisaniif hojjechuu akka qaban Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hubachiisan. Muummeen…
Idil Addunyaa Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite Wabi Fufa Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra akka oolu murteessite Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessiin oomisha qonnaa akka hin mudanne mootummaan waldaalee hojii gamtaatif liqaa Birrii… Obse Wakgari Aug 11, 2020 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Dhiyeessiin oomisha qonnaa akka hin mudanne mootummaan waldaalee hojii gamtaatif liqaa Birrii miiliyoona 800 mijeessuun ibsame. Daayreektarri…