Caasaaleen barnootaa marti gaheesaanii bahachuu akka qaban Biiroon Barnoota Oromiyaa gaafate
Finfinnee, Bitootessa 29, 2012 (FBC) – Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa dursanii ittisuuf caasaaleen barnootaa marti gaheesaanii bahachuu akka qaban Biiroon Barnoota Oromiyaa gaafate.…