Oduu biyya keessaa Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Finfinneetti oodiitii fi galmeen lafaa eegalamuufi. Galmee fi oodiitichis weerara lafa seeran alaa to'achuuf kan gargaarudha jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Of eeggannaa dhabuu tibba ayyaanaa fi hiriirotarra tureen vaayrasiin koroonaa babal’achuun… Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Of eeggannaa dhabuu tibba ayyaanaa fi hiriirotarratti of dagannaa tureen vaayrasiin koroonaa babal'achuun ibsame. Of dagannaa, tuttuqqii,…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan duula farra shororkeessummaarratti Ityoophiyaa dabalatee biyyoota naannichaa waliin nan… Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Ameerikaan duula farra shororkeessummaa Gaanfa Afrikaatti taasistuuf, Ityoophiyaa dabalatee biyyoota naannichaa waliin kan hojjettu ta'uu beeksiste.…
Teeknooloojii Feesbuukii fi Twiitarri fuula miidiyaa hawaasummaa Traamp irratti tarkaanfii fudhatan Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Feesbuukii fi Twiitarri fuula miidiyaa hawaasummaa preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp irratti tarkaanfii fudhatan. Miidiyaaleen…
Ispoortii Yuurooppaa Liigiin Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan xumura kurmaanaatti makaman Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Yuurooppaa Liigiin Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan xumura kurmaanaatti makaman. Liigichaan taboota 4 kaleessa galgala…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni galmee Hamzaa Booranaafaa jalatti tarreeffaman 9 mana murtii dhiyaataniiru Obse Wakgari Aug 6, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni galmee Hamzaa Booranaafaa jalatti tarreeffaman 9 mana murtii dhiyaataniiru. Shakkamtoonnis Hamzaa Booranaa, Yaalamwarq…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa keessatti kallattii hundaan tasgabbiin jiraachuu Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii… Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Orimiyaa haala yeroo naannichaa ilaalchisuun ibsa laatera. Guutuun ibsichaa haala…
Idil Addunyaa Keeniyaatti miseensota maatii tokkoo 48 irratti vaayrasiin koroonaa argame Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Keeniyaatti miseensota maatii tokkoo 48 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Miidiyaaleen biyyattii gabaasan. Miseensoota maatii kanaa…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 459 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,… Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbeetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,319 gaggeeffamneen namoonni 459 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri fayyaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbetiin namoonni 55 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Aug 5, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti sa’aa 24 darbanitti qorannoo laabraatoorii namoota 1,212f hojjetameen namoota 55 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu ibsame.…