Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa yaalii miisaa’elaa itti fufteetti Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Kooriyaan Kaabaa miisaa'ela furgugsuu itti fufteetti. Wayita addunyaan weerara vaayrasii koroonaatin dhiphina hamaa keessa galetti, Kooriyaan Kaabaa…
Oduu biyya keessaa Naannon Oromiyaa geejibni magaalaa keessaa fi geejiba ummataa naannoolee qaxxaamuran guutummaatti… Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa geejibni magaalaa keessaa fi sochiin geejiba ummataa naannoolee qaxxaamuran guutummaatti akka dhaabbatan murteesse.…
Oduu biyya keessaa Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa’e Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa'e. Hoospitaalichi meeshaalee qabu waliin weerara vaayrasichaa…
Oduu biyya keessaa Namoonni lamaan vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e jiraattota naannoo Amaaraati Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Guyyaa har'aa namoonni lamaan vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa'e jiraattota naannoo Amaarati. Ministeerri Fayyaa FDRI akka…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hoggansa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa waliin viidiyoo koonfaransiin mari’atan Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa waliin viidiyoo koonfaransiin mari'atan. Marii…
Viidiyoowwan Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga’an Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 https://www.facebook.com/afaanoromoofana/videos/205664797403706/?t=1
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan itti dabarsan daawwatan Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde Adaanach Abeebeen tursa addaa imaltoonni alaa dhufan guyyoota 14 itti dabarsan daawwatan. Aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga’an- MM Dr Abiy Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 23 ga'uu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Amma har'a ganamaatti…
Oduu biyya keessaa Naannon Kibbaa sochiin geejiba ummataa akka adda citu murteesse Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Kibbaa sochiin geejiba ummataa akka adda citu murteesse. Murtichi kan darbe weerara vaayrasii koroonaa ittisuufi. Gareen…
Idil Addunyaa Namoonni vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 34 ga’an Obse Wakgari Mar 30, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) - Namoonni vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 34 ga'an. Namoonni vaayrasichaan qabaman kuma dhibba 7 fi kuma 23 fi 700 ga'aniiru.…