Oduu biyya keessaa Hojjettoonni FBC biqiltuu dhaaban Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) – Hojjettoonni Faanaa Broodkaastiing Koorporeet sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa sababeeffachuun guyyaa har’aa biqiltuu dhaabaniiru. Hoji…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’iinsa amantaa hambisuuf dhababileen amantaa ga’ee isaanii akka ba’atan… Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Walitti bu'iinsa amantaa hambisuuf dhababileen amantaa ga'ee isaanii akka ba'atan gaafatame. Ummata walitti buusuu fi waliin jireenya…
Biiznasii Elektiriika biyya alaatif dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 66.4 ol argameera Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Elektiriika biyya alaatif dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 66.4 ol argameera. Bara baajataa 2012tti elektiriika Sudaanii fi…
Fayyaa Haadholin vaayrasii koroonaan yoo qabamaniyyu daa’imasaanii harma hoosisuu qabu- DhFA Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) –Daa’imman haaraa dhalataan harma hoosisuun faayidaa argamuurra sodaa dhibee COVID-19 fiduurra caalmaattii oolaanaa waan ta’ee haadholiin vaayrasii…
Oduu biyya keessaa Mariin sadee Hidha Haaromsaa kaleessa gaggeeffamuu eegaleera Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Mariin sadee Hidha Haaromsaa kaleessa gaggeeffamuu eegaleera. Marii viidiyoon gaggeeffame kanarratti ministiroonni bishaanii Ityoophiyaa,…
Idil Addunyaa Humni qilleensa Israa’eel bakka waraana Sooriyaa haleele Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) – Humni qilleensa Israa’eel bakka waraana Sooriyaatti xiyyeeffachuun haleelera. Humni rayyaa ittisa biyyaa Israa’eel haleellicha kan raawwatee…
Oduu biyya keessaa Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessatiin booda miidhaa qabeenyaa, qaamaa fi lubbuu namaa qaqqabeen… Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessatiin booda miidhaa qabeenyaa, qaamaa fi lubbuu namaa qaqqabeen kan shakkaman mana murtii dhiyaatan. …
Balballoommii fi yaada Finfinneetti meeshaaleen seeraan alaa to’ataman Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti meeshaaleen seeraan alaa 102 to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Shugguxoonnii fi meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabaman kuma 19 darbeera Obse Wakgari Aug 4, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni 19,289 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru. Gabaasa qorannaa sa'aa 24 amma kaleessatiin namoota 583 irratti…
Vaayrasiikoroonaa Weerara koroonaa ittisuuf falli waaraan hin jiraatu ta’a -Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Obse Wakgari Aug 3, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf falli waaraan hin jiraatu ta'a jedhe Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa. Daayreektarri olaanaan dhaabbatichaa…