Idil Addunyaa Tatamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufeera Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2012 (FBC) – Tatamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin itti fufuun sadarkaa hammaatarra ga’eera jedhame. CNN tamsaasa isaa kallattiin akka gabaaseetti…
Oduu biyya keessaa Eejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Taateewwanii har’aa kaasee guyyootii hin murtoofnef… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) - Eejansiin Immigreeshinii Lammummaa fi Taateewwanii har'aa kaasee guyyootii hin murtoofnef tajaajila paaspoortii laachuu dhaabe. Eejansichatti…
Oduu biyya keessaa Ibsa guutuu murtoo mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa’ina vaayrasii koronaa to’achuuf baase Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Ibsa guutuu murtoo mootummaan naannoo Oromiyaa tamsa'ina vaayrasii koronaa to’achuuf baase. .................... Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Barattoonni yuunvarsiitii yeroodhaf gara maatii isaaniitti akka deebi’an murtaa’e Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Barattoonni yuunvarsiitii yeroodhaf gara maatii isaaniitti akka deebi'an murtaa'uu Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo beeksise.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Maalaawiirraa gara Moozaambiik osoo imalanuu lubbuu isaanii… Sifen Megersa Mar 25, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaanota Maalaawiirraa gara Moozaambiik osoo imalanuu lubbuu isaanii dhabaniif gadda itti dhaga'ame…
Oduu biyya keessaa Hoteelonni dabalataa ja’a adda baafamuu Ministeerri Fayyaa beeksise Wabi Fufa Mar 24, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Imaltoonni biyyoota alaa irraa gara Itoophiyaa dhufan kan keessatti adda baafamanii turan hoteelonni dabalataa ja'a adda baafamuu Ministeerri Fayyaa…
Oduu biyya keessaa vaayraasii koroonaa (COVID-19) ittisuuf dargaggoota tola ooltoota kuma 20 guutuu biyyatiitti… Wabi Fufa Mar 24, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) –vaayraasii koroonaa (COVID-19) ittisuuf dargaggoota tola ooltoota kuma 20 guutuu biyyatiitti bobbaasufi. Liigiin Ergama Badhaadhinaafi Nageenya…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee mana isaanii taa’anii akka hojjetan murtaa’e Wabi Fufa Mar 24, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) -Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee guyyaa boruu Bitootessa 16, 2012 irraa eegalee mana isaanii taa'anii akka hojjetan murtaa’e. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Baqattoonni lammiilee Ityoophiyaa karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaatti imalaa turan lubbuun… Wabi Fufa Mar 24, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Baqattoonni lammiilee Ityoophiyaa karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaatti imalaa turan lubbuun darban. Baqattoonni lammiilee…
Oduu biyya keessaa hojjettoonni mootummaa federaalaa Bitootessa 25, 2012 irraa eegalee mana isaanii taa’anii akka… Wabi Fufa Mar 24, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) –Manne Maree Ministirootaa Ityoophiyaa walgahii ariifachiisaa har'a taa'een hojjettoonni mootummaa federaalaa boru Bitootessa 16, 2012 irraa eegalee mana…