Caffeen Oromiyaa Adoolessa 18 eegalee yaa’ii idileesaa ni gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Adoolessa 18,2012 eegalee yaa'ii idileesaa ni gaggeessa.
Caffichi yaa'ii idilee 12ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa isaati kan…