Hoggantoonni Biiroo Miseensa Gamtaa Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa irratti har’a ni mari’atu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Biiroo Miseensa Gamtaa Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa irratti guyyaa har’a ni mari’atu.
Hoggantoonni…