Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela fageenya gabaabaa furgugsite Obse Wakgari Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessaa 12, 2012 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa miisaa’ela fageenya gabaabaa furgugsite. Miisaa’eelicha Piyoongiyaang jalqaba baatii kanaatti irra deebiin kan yaalte yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara miiliyoona 500 raggaasise Obse Wakgari Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Baankiin Addunyaa Ityoophiyaadhaf Doolaara Ameerikaa miiliyoona 500 raggaasise. Boordiin daayreektaroota Baankii Addunyaa Ityoophiyaadhaf deeggarsaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 1,085 irratti tarkaanfii fudhate Obse Wakgari Mar 21, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa dhaabbilee daldalaa seeraan ala daballii gatii taasisan 1,085 irratti tarkaanfii fudhate. Dhaabbileen kanneen tamsa'ina…
Oduu biyya keessaa Haala adeemsa filannoorratti mar’atame Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Dhiibbaa weerarri vaayrsaii koroonaa filannoo bara kanaarratti uumuu danda’uu fi murtee fudhatamuu qaburratti mari’atame. Boordiin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin fudhame Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun seeran ala daballii gatii taasisan 1085 irratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad dhiifama gaafatan Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sagantaa galii walitti qabuu Paartii Badhaadhinaarratti dubbii godhaniin qaamoolee mufatan dhiifama gaafatan.…
Idil Addunyaa Afrikaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 769 keessaa namoonni 19 du’aniiru Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 769 keessaa namoonni 19 du’aniiru. Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseetti Afrikaatti namoota…
Oduu biyya keessaa Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute. Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyyaa har’aa eegalee balallii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaan Faanaa Broodkaastiing Koorporeet qorannaa taasifameefin bilisa ta’uun… Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Ityoophiyaatti lammii Jaappaan vaayrasiin koroonaa irratti argame waliin namoota hariiroo qabaniin walargee kan ture gaazexeessaan Faanaa Broodkaastiing Koorporeet qorannaa…
Oduu biyya keessaa Sukkaarri kuntaalli 865 fi loon seeraan ala fe’amuun imalchiifamaa turan to’ataman Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti sukkaarri seeraan alaa kuntaalli 865 to’atamuu waajjiri poolisii magaalichaa beeksise. Waajjirichatti qorataan…