Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Chaayinaan tumsa misoomaa cimsuuf mari’atan Ayana Dheressa Apr 2, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Chaayinaan tumsa misoomaa waloo haal cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru. Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Yonatan Birhanu Apr 2, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2018(FMC) - Bitootessa 24 guyyaa jijjiiramni itti dhugoome sababeeffachuun Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa dabarsaniiru. Ergaan…
Teeknooloojii Kantibaa Adaanech Abeebeen Giddugala Tajaajila Iddoo tokkoo 5ffaa hojii eegalchiisan Sifen Megersa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018 (FMC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Giddugala Tajaajila Iddoo tokkoo 5ffaa 'Masoob Addis' hojii eegalchiisaniiru. Jala bultii…
Oduu biyya keessaa Hojiin ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Finfinneetti eegalamuun waan sirriidha – Aadde Keeriyaa… Sifen Megersa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018 (FMC) – Hojiin ajandaa walitti qabuu Naannoo Tigraay Finfinneetti eegalamuun waan sirriidha jedhan Aadde Keeriyaa Ibraahiim. Komiishiniin Marii Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Inisheetiivii Maaddii Guutuu faayidaa wabii nyaataa fi guddina diinagdee argamsiise Sifen Megersa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018 (FMC) – Waggoottan jijjiirama darban hojiirra kan oole Inisheetiiviin Maaddii Guutuu faayidaa wabii nyaataa fi guddina diinagdee argamsiiseera. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Tuurizimii Konfiransii guddachaa dhufe… Ayana Dheressa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Tuurizimin Konfiransii guddachaa dhufe waltajjiiwwan dippiloomaasiifi daldalaan Itiyoophiyaa Afrikaarraa filatamtuu taasisaa jira. Hojiilee…
Oduu biyya keessaa Waltajjii Faanaa marsaa 3ffaan falmii Paartileen Siyaasaa dhimma Imaammata Afaaniifi Aadaarratti… Sifen Megersa Apr 1, 2026 0 Paartileen falmiirratti hirmaatan 1.Paartii Badhaadhinaa, 2. Adda Bilisummaa Oromoo, 3.Paartii Bilisummaa fi Walqixxummaa, 4.Paartii Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaa fi 5.Paartii…
Oduu biyya keessaa Qabsoo Itiyoophiyaa- jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuu irratti… Ayana Dheressa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Rakkoolee addunyaa haalaan qoraa jiran keessaa rakkoon jijjiirama qabeenya qilleensaa isa tokko. Itiyoophiyaan waggoottan jijjiiramaa darbanitti…
Biiznasii Boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture liitirri miiliyoonni 1 to’atame- Dooktar Kaasaahun Goofee Ayana Dheressa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Baatiwwan 8 darban keessa boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture liitirri miiliyoonni 1 to’atameera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti…
Oduu biyya keessaa Imaammata, tarsiimoofi sagantaalee garaagaraa qopheessuun badhaadhina bu’uura amansiisaa… Ayana Dheressa Apr 1, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2018(FMC)- Mootummaan imaammata, tarsiimoofi sagantaalee garaagaraa qopheessuun badhaadhina bu'uura amansiisaa irratti ijaaraa jira jedhan Hogganaan Biiroo…