Balballoommii fi yaada Biqiltuu biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsame Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Biqiltuu biiliyoonni 2 dhaabamuun ibsame. Ministirri Ministeera Qonnaa FDRI obbo Umar Huseen akka beeksisanitti, guyyootiin 15 itti aanan qabachuu…
Oduu biyya keessaa Artiist Hacaaluu Hundeessaaf yaadannoon qophaa’e Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Artiist Hacaaluu Hundeessaaf yaadannoon qophaa’e. Sirni yaadannoo artiistichaa Hoteela Sharaatan magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Manni barnootaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni ABO Shanee Artiist Hacaaluu akeekkachiisaa turuun ibsame Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Miseensonni ABO Shanee Artiist Hacaaluu Hundeessaan ajjeefamuu isaatin dura akeekkachiisoo ajjeechaa karaa Teelegraama isaatin ergaa turuu isaanii Abbaan…
Fayyaa Galmi Barkumee wallaansa addaaf akka oolu qaamolee tumsa taasisaniif beekamtiin laatame Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Galmi Barkumee wallaansa addaa vaayrasii koroonaaf akka oolu qaamolee tumsa taasisaniif beekamtiin laatame. Sagantaan beekamtii laachuu kun kaleessa…
Oduu biyya keessaa Barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaatin ala kaan gara barnoota itti aanutti akka darban murtaa’e Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3,2012(FBC)- Barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaatin ala barattoonni kaan gara barnoota itti aanutti akka darban murtaa’e. Ministeerri Barnootaa FDRI barattoonni sadarkaa…
Biiznasii Ministeerri Albuudaa fi Inarjii albuuda galtee indaastiriif ta’u humna biyya keessatin danda’uuf… Obse Wakgari Jul 13, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Ministeerri Albuudaa fi Inarjii albuuda galtee indaastiriif ta’u humna biyya keessatin danda’uuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Ministeerichi Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ajjeecha atriisti Haacaaluu Hundeessaan shakkamtoonni 2 to’annoo jala oolaan Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC)- Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa aaddee Adaanach Abeebee, tibba tarbee ajjeecha gara jabeenya artiisti Haacaaluu Hundeessaarratti raawwatameen…
Biiznasii Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Waxabajjii oomisha toonii kuma 62 fi 542 walbichisiise Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Waxabajjii oomisha toonii kuma 62 fi 542 Birrii biiliyoonaa 3.72 walbichisiisu beeksiseera. hammii oomishalee…
Oduu biyya keessaa Biyyattitti karoora misooma waggaa 10rratti marii taasifama jiru itti fufeera Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin karoora misooma waggaa 10rratti gaggeeffama jiru akkuma itti fufetti jira. Mariin guyyaa har’a damee tuuriizimii irratti…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari Jul 10, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’ataniiru. Mariin isaaniis weerara vaayrasii…