Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman. Barruun Foorbis preezdaant Saahilawarq bara Faranjootaa 2019 dubartoota dhiibbaa uuman…
Ispoortii Atleet Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Atleetiin lammii Keeniyaa Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame. Atleet Eeluud Kiippichoogeen bara kana fiigicha…
Ispoortii Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame. Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waraana lafarraa biyyoota Afrikaa Baatii Guraandhalaa Ityoophiyaatti ni gaggeeffama Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Yaa’iin Waraana lafarraa biyyoota Afrikaa Baatii Guraandhalaa bara Faranjootaa 2020 Ityoophiyaatti ni gaggeeffama. Yaa’icha Raayyaa Ittisa biyyaa FDRI fI…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy namoota hojii qulqullinaa hojjetan galateeffatan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy garee Ityoophiyaa ni qulqulleessina jedhu guyyaa har’aa daandii quqlulleessan galateeffaniiru. Ityoophiyaa barbaannu kan…
Balballoommii fi yaada Sirna kenniinsa tajaajila taaksii fi Baasii fooyyeessuuf waldaaleen mari’achaa jiru Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waldaaleen Taaksii 13 fi Hagar Baasii sadi haala sirna kenniinsa tajaajila maamiltootaa fooyyessuun danda’amu irratti marii taasisaa…
Oduu biyya keessaa Meedaaliyaan Badhaasa Noobeelii Nageenyaa fi Dippiloomaan Dooktar Abiy argatan Ministeera Nageennyaa… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Meedaaliyaan Badhaasa Noobeelii Nageenyaa fi Dippiloomaan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy argatan keessaa tokko ummata bira akka ga’uuf Ministira Nageenyaa…
Teeknooloojii Dhaabbileen teeknooloojii Ityoophiyaa fi Hindii qindoominaan hojjechuuf walii galan Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) – Dhabbilee fi ogeessoonni teeknooloojii Ityoophiyaa fi Hindii walta’insa qindoominaan hojjechuuf isaan gargaaru uumaan Guyyoota shaniif gaggeeffamaa kan…
Oduu biyya keessaa Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Ejansiin Soorata Barattoota akka hundaa’u murteesse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Ejansiin Soorata Barattoota akka hundaa’u murtee dabarse. Hundaa’uun ejansichaa bara baajataa qabametti dhiyeessi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Minsterootaa dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtii dabarse Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Manni Maree Minsterootaa yaa’ii idileessaa 77ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtii dabarseera. Manni marichi wixinee…