Oduu biyya keessaa Manni marichaa murteewwan addaddaa dabarse Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa har'a gaggeesse. Walga’ichaanis murteewwan addaddaa…
Idil Addunyaa Burkiinaafaasootti haleellaa hidhattootan qaqqabeen namoonni 43 ajjeefaman Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Burkiinaafaasootti haleellaa hidhattootan qaqqabeen namoonni 43 aajjeefamuun isaanii ibsame. Hidhattoonni daangaa Burkiinaafaasoo fi Maalii kutaa…
Idil Addunyaa Xaaliyaan sababa koroonaatin lammiileen biyyattii qa’ee isaanitiin ala sochii kamuu akka hin… Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitoottessa 1, 2012 (FBC) - Xaaliyaan sababa koroonaatin lammiileen miiliyoonni 60 qa’ee isaanii ala sochii kamuu akka hin taasifne labsii yeroo ariifachiisaan dhoorkite.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy maatii fi firoottan miidhamtoota balaa xiyyaaraa waggaa har’aa qaqqabeef jajjabina… Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Balaa xiyyaaraa Booyiing 737 Maaks 8, lakkoofsa balalii ET-302 namoota lubbuu isaanii dhaban ilaalchisuun muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maatii…
Waajabila Faanaa Ziimbaabuween maatii barattootaa daa’imman isaanii barnoota adda kuchisiisan hidhuufi Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ziimbaabuween maatii barattootaa daa’imman isaanii barnoota adda kuchisiisan hidhuufi. Mootummaan Ziimbaabuwee matii barattoota daa’imman isaanii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda iitti dhaga’ame ibse Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI boqachuu aadde Natsaannat Asfaawin gadda itti dhaga’ame ibse. Manni marichaa ibsa har’a baasen, aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw dura taa’aa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faqii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti hoggansa sodaa balaa cimsuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 26 laate Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Gamtaan Awrooppaa Ityoophiyaatti bulchiinsa hoggansa sodaa balaa cimsuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 26 laate. Deeggarsichi naannoo…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Aliis Oolbiraayit waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen hoji raawwachiistuu olaantuu Tumsa Barnootaa Idil Addunyaa Aliis Oolbiraayit waliin mari'atan. Tumsi…
Oduu biyya keessaa Aadde Natsaannat Asfaaw boqatan Obse Wakgari Mar 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Aadde Natsaannat Asfaaw boqatan. Aadde Natsaannat 1970n keessa gaazexeessituu Raadiyoo Jarman ta'uudhan tajaajilaniiru. …