Ispoortii Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesse Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphataa sarara ittisaa Liiverpuul kan ture Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesseera. Aleeksaandar Arnoold torbee lama dura kilaba isa…
Fayyaa Dandeettii dhibee Kaansarii ittisuu fi yaaluu gabbisuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Dandeettii dhibee Kaansarii ittisuu fi yaaluu gabbisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhe. Yuunivarsiitiwwanii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2.7 qophaa’e Tsehay Guluma May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2 fi miiliyoonni 700 qophaa’e jedhe Biiroon Qonna naannichaa. Naannichatti oomisha bunaa sanyii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu dhaabbilee federaalaafi waldaalee eegale Ayana Dheressa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) - Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu dhaabbilee federaalaafi waldaalee Magaalaa Finfinneetti eegaleera. Waltajjicha haasawaan kan banan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Piroojektonni bishaan dhugaatii kumni 2 ol dhuma bara baajetaa kanatti xumuramanii tajaajila ni… Ayana Dheressa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti piroojektootni bishaan dhugaatti ijaaramaa jiran kumni 2 fi 600 xumuramanii dhuma bara bajataa kanaatti hawaasaaf tajaajila akka…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa umrii waggaa 18 fi 20 gadii oolmaan guyyaa 5ffaa itti… Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 har’a gaggeeffameen Atileet Hiiwoot Ambaaw fi Atileet Abdusalaam Abdulwahaab injifataniiru. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessii xaa’oo damee dhuunfaatti naannessuuf hammattoon seeraa qophaa’aa jira Ayana Dheressa May 29, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) - Waliingahiinsa xaa’oo guddisuuf hojii dhiyeessii xaa’oo damee dhuunfaatti naannessuuf hammattoon seeraa qophaa’aa jira. Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii Poolisiin ergama isaa akka bahatu dandeessiseera Ayana Dheressa May 29, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC)- Komishinarri Jenereelaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’el riifoormiin dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii Poolisiin ergama biyyaalessaa isaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoo waliingahiinsa bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee furuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa May 29, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC)- Rakkoo waliingahiinsa bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee yeroo gabaabaatti furuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa. Akka…
Oduu biyya keessaa Rogeeyyiin hawaasaa fi dhiibbaa uumtoonni maree biyyaalessaa keessatti qooda isaanii bahuu qabu Sifen Megersa May 29, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Waltajjiin Ajandaa walitti qabuu dhaabbilee Federaalaa, Waldaalee, Rogeeyyii hawaasaa fi dhiibbaa uumtoota hirmaachise eegalameera. Waldhabdee…