Haqa qabeessummaa filannoo baranaatif hunduu tumsuu qaba- miseensota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC)- Haqa qabeessummaa fi demokraasummaa filannoo bara 2012 gaggeeffamuuf qaamni hundi itti gafatamasaa ba’uu qaba jedhan miseensonni Caffee Oromiyaa.…