Oduu biyya keessaa Muusaa Faqii Mahaammat marii Hidha Haaromsaa jajjabeessan Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Dura taa'aan Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faqii Mahaammat marii Hidha Haaromsaarratti taasifamu kan deeggaran ta'uu beeksisan. …
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis hordoftoota amantaa Islaamatiin baga geessan jedhan Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ittiin isin ga'e jedhan. Ergaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga’e jedhan Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga'e jedhan.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Islaamatiin baga Iida geessan jedhan Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga'e jedhan. Dooktar Abiy…
Biiznasii Waltajjiin qindoominaa rakkoo invastaroota alaa furuuf hundaa’e walga’iisaa gaggeessera Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Waltajjiin qindoominaa rakkoo invastaroota alaa furuuf hundaa'e walga'iisaa gaggeessera. Waltajjiin qindoominaa idileen kun kaleessa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iidaa vaayrasicharraa of eeguun kabajama Obse Wakgari May 23, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxir 1441ffaan booru, Dilbata kabajamee oola. Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti namoota dabalataa 4 irratti vaayrasiin koroonaa argame Sifen Megersa May 22, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) –– Gabaasni idilee guyyaa har’aa erga dhiyaatee boodaa naannoo Amaaraatti vaayrasiin koroonaa namoota afurirratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mariin Siyyaasa Ityoo- Tarkii 6ffaan gaggeeffame Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee,Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii siyyaasaa Ityoo –Tarkii 6ffaan har’aa viidiyoo konfaransiin gaggeeffame. Ministir deettaan Ministira Dhimma Alaa…
Vaayrasiikoroonaa Dandeettii qorannoo vaayrasii koroonaa dhaabbilee laabraatoorii Ityoophiyaa cimsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee,Caamsaa 14, 2012 (FBC) –Giddugalli Ittisaa fi To’annoo dhibee Ameerikaa humna dhaabbilee qorannoo laabraatoorii Ityoophiyaa cimsuuf deeggarsa taasisuu himame. …
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sosochiin galii walitti qabuu fi hirmaannaa hawaasaa Hidha haaroomsaa eegalame Sifen Megersa May 22, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 14,2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin galii walitti qabuu fi hirmaannaa hawaasaa Hidha haaroomsaa eegalame. Sadarkaa itti aanaa kaantibaa fi…