Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Jijjiirrama Ityoophiyaan gaggeessituuf…
Idil Addunyaa Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa Liibiyaatti daddabarsa meeshaa waraanaa to’achuuf waliigalan Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa Liibiyaatti daddabarsa meeshaa waraanaa to’achuuf mala haaraa diriirsuuf waliigalan. Biyyoonni miseensa…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Ministiroonni…
Ispoortii Qopheessumaa Kaamerooniin kan gaggeeffamu ramaddiin waancaa Afrikaa Chaan ifoome Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Qopheessumaa Kaamerooniin kan gaggeeffamu ramaddiin waancaa Afrikaa Chaan ifoome. Waancaa Afrikaa Chaan baatii lama booddee eegalamuuf biyyoonni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Ministir deettaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa muudama laate Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa'ii ariifachiisaa marsaa 5ffaa waggaa 5ffaasaatin muudama laate. Haaluma kanaan; …
Oduu biyya keessaa Finfinneetti qabiyyeen lafaa seera qabeessa kumna 76 galmaa’uu fi mirkanaa’un ibsame Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti qabiyyeen lafaa seera qabeessa kuma 76 galmaa’uu fi mirkanaa’u Ejansiin odeeffannoo fi galmeessa qabiyyee lafaa fi…
Oduu biyya keessaa Walga’iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Walga'iin humna waraana lafoo Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga'iin kun si'a saddeettaffaaf kan gaggeeffamu yammuu ta'u, waltajjiisaa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Waldaa Barsiisota Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaatiif beekkamtii kenne Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Biiroon Barnootaa Oromiyaa Waldaa Barsiisota Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaatiif beekkamtii kenne. Sirna beekkamtii kennuu kanarratti waldaaleen…
Oduu biyya keessaa Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, olaantummaa seeraa mirkaaneessuu fi walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa cimsuurratti…