Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 19 irratti Argame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 19 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa…