Oduu biyya keessaa Manni marichaa murteewwan addaddaa dabarse Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii ariifachiisaa 20ffaa har'a gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni marichaa qaama seerummaa Mana…
Oduu biyya keessaa Heeraan ala aangoo qabachuuf sochii taasifamuuf mootummaan obsa hin qabu – Dr Abiy Ahimad Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Bulchiinsi hirmaachisaa fi ummanni ittiin dhaga'amu fedhii demokraasii barootati jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Muummee…
Oduu biyya keessaa Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24tin namoonni 25 vaayrasichaan qabamaniiru Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 keessatti gaggeeffameen namoonni 25 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru. Sa'aa 24 keessatti qorannaan…
Balballoommii fi yaada Ummata Ityoophiyaatif qormaata darbuun kan jalqabaatii miti- aadde Adaanach Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) - Ummanni Ityoophiyaa yeroo qormaataa darbuun isa jalqabaa miti; yoo waltumsine yeroo qormataa kana ni ceena jedhan haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallis Abdiisaatin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Kaabaa daawwate Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Kaabaa daawwate. Jilichi…
Idil Addunyaa Lolaa Keeniyaatti muudateen lubbuun namoota 200 darbe Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Keeniyaatti roobni cimaan roobuun lolaa fi mucucaa lafaa muudateen lubbuun namoota 200 darbeera. Balichaan kanneen lubbuun darbeen alatti namoonni kumni…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun gitasaanii Kaanaadaa waliin bilbilaan mari’atan Obse Wakgari May 7, 2020 0 Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Ministeera Dhimma Alaa Kaanaadaa Fraanswaa Filiippii Shaampaany waliin…
Oduu biyya keessaa Paartiileen siyyaasaa naannoo Soomaalee keessa socho’an yeroon filannoo biyyaalessaa dheerachuun… Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) –Paartiileen Siyaasaa Naannoo Soomaaleetti argaman haala yeroo fi biyyaarratti marii waloo taasisaniiru. Marii kanarratti Paartiin Soomaalee…
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni of eeggannoo cimaa taasisuu qabu – Dr Liyaa Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Barumsaa fi tarkaanfii sirrii fudhachuuf dirqama namoonni hedduun qabamuu fi du’uu hin qaban jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad, MM Hindii waliin mari’atan Sifen Megersa May 6, 2020 0 Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Muummee Ministiraa Hindii Naareendiraa Moodii waliin dhimmoota waloorrattaii mari’atan. Muuxxannoo hojii…