Ityoophiyaatti namoota dabalataa 17 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii samuudaa 1,382 gaggeeffameen namoota 17 irratti vaayrasichi argamuun mirkanaa'era.
Namoonni kunneen…