Manni murticha dhimma obbo Liddatuurratti beellama dabalataa poolisiin gaafate kuffise
Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu dhimma obbo Liddatuurratti abbaan alangaa himata hanga banuutti yeroo dabalataa Poolisiin gaafate kuffiseera.…