Vaayrasiikoroonaa Amala vaayrasii koroonaa Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) –Amala vaayrasii koroonaa Namni tokko erga vaayrasichi qaama isaa seenee jiddu-galeessaan guyyaa 5faaf-6faatti mallattoo dhukkubaa agarsiisuu eegala.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Sudaan ijaarsa hidha haaromsaa maallaqaan kan deeggaran ta’uu himan Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Lammiileen Sudaan ijaarsa hidha haaromsaa maallaqaan kan deeggaran ta’uu himan. Sagantaa galii walitti qabuu ijaarsa hidha haaromsaa dhiyeenya…
Oduu biyya keessaa Imaammanni haqaa yakkaa FDRI Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaatti hiikkame maxxanfame Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) - Imaammanni haqaa yakkaa FDRI Afaan Oromoo fi Afaan Tigriffaatti hiikkame maxxanfame. Imaammanni haqaa yakkaa FDRI kanan dura Afaan Amaaraa fi…
Vaayrasiikoroonaa Dhukkuba Vaayirasii Koronaa(COVID-19) ittisuuf of eeggannoo barbaachisan Obse Wakgari Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 9(FBC) – Dhukkuba Vaayirasii Koronaa(COVID-19) ittisuuf of eeggannoo barbaachisan:- • Yeroo hunda harka saamunaa fi bishaaniin dhiqachuu yookiin alkoolii…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii garagaraa Birrii miiliyoona 13 ol baasu to’atame Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 9(FBC) - Meeshaaleen koontiroobaandii garaagaraa Birrii miiliyoona 13 ol baasu to’atame. Meeshaaleen koontiroobaandii garaagaraa Birrii miiliyoona 13 fi kuma…
Oduu biyya keessaa Dooktar Tolaa Bariisoon vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’a Obse Wakgari Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon sodaa vaaayrasii Koroonaan kophaatti adda of baasanii turan qorannoo taasifameefiin bilisa…
Fayyaa Qorannoo Laabraatooriin namoonni 74 vaayrasii koroonaarraa bilisa ta’uun ibsame Obse Wakgari Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Namoota shanan Vaayrasichaan qabaman waliin namoonni tuttuqaa qaban 992f hordoffiin taasifamaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Balalliin sababa jijjirrama qilleensaan adda citee ture eegalame Obse Wakgari Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2012 (FBC) – Balalliin sababa jijjiirrama qilleensaan adda citee ture eegalamuu Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa beeksisee. Daandiin qilleensicha balallii gara…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoo MNO labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka… Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka dhiqachuun fakkenyummaasaanii…
Oduu biyya keessaa Obbo Nabiyyuu Sihuul dura taa’aa waajjira Paartii Badhaadhinaa Tigraay ta’uun ramadaman Wabi Fufa Mar 17, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) –Obbo Nabiyyuu Sihuul dura taa’aa waajjira Paartii Badhaadhinaa Tigraay ta’uun ramadamaniiru. Qindeessaan Damee Ummaataa fi Idila Addunyaa Paartii…