Oduu biyya keessaa Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Finfinnee galan Wabi Fufa Dec 25, 2019 0 Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqii daawwannaa hojiif har’a Finfinnee galaniiru. Preezdaanti Isaayyas waliin Ministirri Ministira Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Filannoo biyyoolessaa bara 2012 Caamsaa keessa gaggeessuuf qophiin taasifamaa jira – boordicha Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Filannoo biyyoolessaa bara 2012 Caamsaa keessa gaggeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni daawitii konkolaataa cabsanii Birrii kuma 600 hatan qabaman Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni daawitii konkolaataa cabsanii Birrii kuma 600 hatanii miliquuf yaalan qabaman. Koomiishiniin Poolisii Finfinnee akka beeksisetti hattoonni…
Balballoommii fi yaada Maallaqni ijaarsa Galma Odaa Nabeef ummatarraa sassaabbame hojiirra hin oollee Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Maallaqni Ijaarsa Galma Odaa Nabeef ummatarraa sassaabbame dhaadhaa ibidda buute ta'e jedhan jiraattonni. Ijaarsa Galmaa Odaa Nabeef, bara 2001…
Fayyaa Sagantaan wabii fayyaa hawaasaa ofkeessatti qabate lammiilee miiliyoona 22.5 haammateera Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Sagantaan wabii fayyaa hawaasaa ofkeessatti qabate lammiilee miiliyoona 22.5 haammachuu Ejansiin Fayyaa Ityoophiyaa beeksise. Sagantaan wabii fayyaa…
Oduu biyya keessaa Daldala alaa cimsuun diinagdee biyyattii guddisuun barbaachisaa akka ta’e ibsame Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Daldala alaa cimsuun diinagdee biyyatti guddisuun barbaachisaa akka ta’e Ministeerri Daldalaa fi Induustirii beeksise. Waajjirri ministeerichaa…
Oduu biyya keessaa Mariin Hidha Haaromsaarratti Kaartuumitti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministeerri Bishaan,… Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Mariin marsaa 3ffaa Hidha Haaromsaarratti Kaartuumitti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksise.…
Idil Addunyaa Burundiitti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 15 darbe Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Magaalaa guddoo Burundii Bujuumbiraa balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 15 darbuun himame. Rooba cimaa Sanbata fi Dilbata roobeen sigiga lafaa…
Biiznasii Dirree Dawaan, CCECC waliin waliigaltee ijaarsa paarkii indaastirii mallatteesse Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa dhaabbata Chaayinaa; CCECC waliin waliigaltee ijaarsa paarkii indaastirii mallatteesse. Kantiibaan magaalichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixineewwan labsii raggaasise Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'iisaa har'a gaggeessen labsiiwwan adddaarratti ega mari'ateen booda raggaasise. Manni marichaa walga'ii idilee…