Biiznasii Dhaabbanni Raashiyaa “X5” oomisha abaaboo Ityoophiyaa bituufi Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – "X5" oomisha abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Raashiyaatti erguufi. Dhaabbanni Raashiyaa oomisha nyaataa gurguruun beekamu "X5", oomisha abaaboo…
Idil Addunyaa Haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jigee ture sa’aatii 52 booda lubbuun argaman Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Chaayinaatti haatii fi daa’imni umrii waggaa 10 gamoon irratti jige sa’aatii 52 booda lubbuun argamuun ibsame.…
Fayyaa Roobootiin dhiitoo huuba qoonqoo adda baasu yaalii taasise Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Chaayinaatti namoonni vaayrasii koroonaatif akka hin saaxilamneef roobootiin dhiitoo huuba qoonqoo adda baasu yaalii taasiseera. Wayita ammaa…
Oduu biyya keessaa Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Har’a ifoomuuf kan ture kaartaan filannoo naannolee Bitootessa 5,2012tti darbeera. Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa kaartaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen, xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota shanii of harkaan… Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Ambaasaaddaroonni xalayaa muudamaa isaanii preezdaant Saahilawarq harkaan ga'an, ambaasaaddara Sriilaankaa, Aljeeriyaa, Vaatikaan, Uraagwaayii fi Kooriyaa Kaabaati. Preezdaant Saahilawarq…
Idil Addunyaa Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay vaayrasii koroonaan qabame Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Aadaa Faransaay Firaank Riistar vaayrasii koroonaan qabamuun ibsameera. Ministirichi vaayrasichaan qabamuu qorannoo taasiseen…
Teeknooloojii Akkaawuntoonni Maaykiroosooft hedduun miidhaa saaybariif saaxilamoodha Wabi Fufa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Miidhaa saaybariif hedduminaan kan saaxilaman mirkaneessa abbaa sadarkaa hedduu kan hin gaafannedha. Akkaawuntii Maaykiroosooft Intarpiraayiz keessaa…
Ispoortii Taphoonni mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaan har’aa fi booru ni taphatama Sifen Megersa Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1,2012 (FBC) - Taphoonni mo’anii darbuu shaampiyoons liigii Awrooppaa marsaa 2ffaan har’aa fi booru ni taphatama. Galgala har’aa sa’aatii 5:00 eegalee Tootanhaam…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa murteewwan addaddaa dabarse Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 5ffaasaa har'a gaggeesse. Walga’ichaanis murteewwan addaddaa…
Idil Addunyaa Burkiinaafaasootti haleellaa hidhattootan qaqqabeen namoonni 43 ajjeefaman Obse Wakgari Mar 10, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Burkiinaafaasootti haleellaa hidhattootan qaqqabeen namoonni 43 aajjeefamuun isaanii ibsame. Hidhattoonni daangaa Burkiinaafaasoo fi Maalii kutaa…