Godina Gujii aanaa Dugdaa Daawaatti baalli sammuu nama hadoochu kuntaalli 59 to’atame
Finfinnee Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Gujii Dhihaa aanaa Dugdaa Daawaatti baalli sammuu nama hadoochu kuntaalli 59 ta’atameera.
Godinichatti itti gafatamaan…