Oomishaalee zooniiwwan diinagdee addaa qulqullinaafi ariitiin buufataaleen gahuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii zoonii diinagdee addaa Boolee Lammiitti tajaajila giddugala tokkoo kennuu eegaleera.
Tajaajilicha…